Oduu: Haleellaa hidhattoonni Godina #Asoosaa keessatti raawwataniin namoonni 65 ol ajjeefamuu jiraattonni himan
Finfinnee, Sadaasa 9, 2026: Haleellaa hidhattoonni naannoo Dalati, Aanaa Buldiglu, Godina Asoosaa, Naannoo #Beenishaangul_Gumuz keessatti...
addisstandard.com/Afaanoromo…
1
49
#Itoophiyaan dhimmoota #Abbayyaa fi #Galaana_Diimaa irratti fedhii ishee guddisuuf Fooramii jalqabaa galmeessifte
Finfinnee, Sadaasa 9, 2026: Abbaan Taayitaa Dhaabbilee Hawaasa Sivilii Itoophiyaa, Fooramiin Abbayyaa fi Galaana Diimaa...
Cuqaasi 📷
addisstandard.com/Afaanoromo…
Odeessa Guyyuu: Mormiin siyaasaa #Somaaliyaa #Hirshabelle keessatti hammaachuu hordofee hoggantoonni aadaa haleellaan waraanaa federaalaa akka hin raawwatamne akeekkachiisan
Finfinnee - Naannoo Hirshabelle, Somaaliyaa keessatti, mormii filannoo...
addisstandard.com/Afaanoromo…
41
#Itoophiyaan ji’oota sadii keessatti al-ergii bunaarraa doolaara miliyoona 800fi miiliyoona 78.5 argatte; #Chaayinaan sadaffaa, #Raashiyaan tarree biyyoota 10nii gabaa buna Itoophiyaatti makamte
Cuqaasi 📷
addisstandard.com/Afaanoromo…
48
Barruu Yaadaa : Hammaachuu Walitti Bu’iinsa #Itoophiyaa fi #Ertiraa: Kaka’umsa, Haalota Mudachuu Danda’anii fi Dhiibbaa Naannawaa
Barruu Yaadaa bal’aa kana keessatti barreessitoonni, diinummaa siyaasaa #Finfinnee fi #Asmaraa gidduutti...
Cuqaasaa 📷
addisstandard.com/Afaanoromo…
#Itoophiyaan gaggeessaa saamtotaa dhalataa #Hindii kan himata yakkaa 35n ji’oota 10f hordofamaa turee biyyaa ariite
Cuqaasi 📷
addisstandard.com/Afaanoromo…
1
46
Oduu: ABO’n #Matakkal fi Wallaggaa keessatti namoonni jumlaan ajjeefamuu, #Moyyaalee irraa namoonni 60,000tti siqan buqqa’uu hime
Finfinnee, Sadaasa 9, 2026: Addi Bilisummaa Oromoo (#ABO) ibsa Sadaasa 6, 2026 baaseen, naannolee Matakkal fi Wallaggaa...
addisstandard.com/Afaanoromo…
#Huutiiwwan #Riyaad irratti haleellaa misaa’elotaa fi diroonii raawwachuu himan; #Saa’ud_Arabiyaan haleellaawwan hedduu fashaleessuu fi gamoo #Araamkoo irratti miidhaan salphaa ga’uu beeksiste
Dabalataaf 📷
addisstandard.com/Afaanoromo…
60
#Masrii, #Somaaliyaa fi #Jibuutiin nageenyi ulaa galaanaa gahee biyyoota daangaa Galaana Diimaa qofa ta’uu irra deebi’anii waliif kakatan
Cuqaasi 📷
addisstandard.com/Afaanoromo…
1
41
Tiraampi waltajjii #APEC Chaayinaa irratti Shiijinpiing fi Putiin waliin akka walga’an akeekan: waraanni #Iraan fi #Yuukreen dhimma marii ta’uu ibsan
Cuqaasi 📷
addisstandard.com/Afaanoromo…
1
90
Barruu Yaadaa: Abbeentummaa Lafaa Fi seenaawwan falmisiisoo; Qorannoo dhiibamuu daangaa horsiisee bultoota Booranaa Fi Bu’uura lola #Moyyaalee
Barruu yaadaa kana keessatti, Galgaloo Dikaa seenaa horsiisee bultoota #Booranaa lafa dheedichaa fi...
addisstandard.com/Afaanoromo…
#Keeniyaan walitti bu’iinsa #Moyyalee dhaabuuf #Itoophiyaa waliin mari’achaa jirti
Daayirektarri Olaanaa Poolisii Keeniyaa Daanglaas Kanjaa, Kamisa, Sadaasa 5, yeroo daawwannaa nageenyaa sadarkaa olaanaa magaalaa Moyyaleetti...
Dabalataaf 📷
addisstandard.com/Afaanoromo…
75
Aanaa #Gaambeellaatti daangaa uggurri sochii halkanii ka’ame; #Maqaleetti immoo nageenya halkaniif dhorkawwan dabarfaman
Cuqaasi 📷
addisstandard.com/Afaanoromo…
75
#Oromiyaa Godina Kibba Bahaatti torban lama keessatti haleellaa lammaffaatiin namoonni hedduun ajjeefaman jedhame
Cuqaasi 📷
addisstandard.com/Afaanoromo…
64
Lixa #Oromiyaa, #Wallaggatti sochiin qaamolee hidhattootaa gamaa gamasii hammaate jiraattota nagaa haleellaa hamaa fi ajjeechaan isaan ammacaa jira
Cuqaasi 📷
addisstandard.com/Afaanoromo…
Odeessa Guyyuu: #Siwiizarlaandi Itoophiyaaf gargaarsa namoomaa hatattamaa dabalataa doolaara miiliyoona 13.5 ramadde
Finfinnee, Sadaasa 6, 2026: Siwiizarlaandi walitti bu’iinsi hidhannoo kaaba #Itoophiyaa keessatti deebi’ee ka’uu, muddamsi dabalaa...
addisstandard.com/Afaanoromo…
59
#Somaaliyaan tasgabbii dhabuun #Itoophiyaa sochiilee Ergama Gamtaa Afriikaa Somaaliyaa Tasgabbeessuu, AUSSOM, gufachiisuu danda’a jechuun akeekkachiiste
Cuqaasi 📷
addisstandard.com/Afaanoromo…
Yeroo bilisummaan aangoo dhuunfachuutti jijjiiramu: Gaaffilee waa’ee “#Aangoo_Oromoo” deebii hin argatin
Bilisummaan yeroo aangoo qabachuu qofatti hiikamu, wiirtuu mootummaa irra ga’uunis uummata bilisa baasuu jedhamee yeroo fudhatamu itti aanee maaltu..
addisstandard.com/Afaanoromo…
Odeessa Guyyuu: Ameerikaan dameewwan tarsiimoo #Masrii deeggaruuf doolaara miiliyoona 125 ramadde
Finfinnee, Sadaasa 6, 2026: #Ameerikaan waliigaltee haaraa biyyoota lamaanii gidduutti dameewwan tarsiimoo adda addaa irratti tumsa isaanii bal’isuuf...
addisstandard.com/Afaanoromo…
1
57
Muddamnifi rakkoon siyaasaa #Somaaliyaa hammaate; Manni Murtii Ol’aanaa biyyattii bara hojii pireezidaantii dheeressuu dide
Cuqaasi 📷
addisstandard.com/Afaanoromo…
68




















