Amaarrif Sumaaleen nu weeraruu irratti wal xaqqasti jedhee eewu yaade❓
Jijjiirama Hiriiraa kana irraa waan baratamut jira.
Hidhadhu!
Lola leenji’i!
Fira Ayinaquranyaan laali!
Surree/Kofoo qabdu erbadhu, Galaa qabdu qusadhu, Bessee qabduun Hidhadhu.
Jechumaafi 🫵
Ixiyophiyyaan Dipilomatota Sudan 6 kan Konxilaa (Consulate) Asossa jiru keecha dalagan gugsite jedha Oduun torbee kanaa.
Ana kan na dinqe Jarri gugfamuu miti beeki.
Konxilaan akkamitti Asossa jiraatuu danda’e?
Mannoo ye kaffatellachoo?
Asossan Metropolitan miti. Bahir Dar, Naqamte, Maqalee, Hawassa, Adama, Harar… fa’ii gadi.
Magaalota kanniin kamuu keecha Konxilaan biyya kamiituu hin jiru!
Asoosatti mootummuma kanatu bane moo, Duruu jira?
Hoo duruu jiraate haga ammaa hin buqqisiin turun Dogoggora Tarsimoo guddaa ture. Kuruuruun ifiifuu bane ifumaaf cufe hoo ta’es, Banuun isaa jalqabuma wanjala guddaadha.
Ammas Dipilomatota gugsuu malee Consulate cufuu hin dhageenne.
Cufi cufi jechumaafi 🫵
KIRAAMUU/ WALLAGGA❗️
Gadaa Komandoos ta’ee, Milishaas ta’ee, Humni addaa kamuu Oromoo Dangaa Somalee fi Amaaraa jiru dü’a irraa ittisuu hin dandeenye. Weerara fi Buqqaatii qolachuu hin dandeenye. Gara fulduraattis abdiin hin jiru.
Falli waa takka callaa!
Dhalattoota naannoo, Lola leenjisuu; Hidhachiisuu fi Jaalala qawwee Sammuu isaa keessatti gabbisuudha.
Walloo, Gujii fi Boorana irraa kana Baratuun barbaachiidha.
KIRAAMUU/ WALLAGGA❗️
Gadaa Komandoos ta’ee, Milishaas ta’ee, Humni addaa kamuu Oromoo Dangaa Somalee fi Amaaraa jiru dü’a irraa ittisuu hin dandeenye. Weerara fi Buqqaatii qolachuu hin dandeenye. Gara fulduraattis abdiin hin jiru.
Falli waa takka callaa!
Dhalattoota naannoo, Lola leenjisuu; Hidhachiisuu fi Jaalala qawwee Sammuu isaa keessatti gabbisuudha.
Walloo, Gujii fi Boorana irraa kana Baratuun barbaachiidha.
By the way Shimallis Kantiibaa Shaggar Isa Arat kiilootti lafaanis namaanis dhiyaatu miti, Kantiibaa Moyaalee fi Baabbillee isa Fagoo ajajuu aqimii hin qabu.
Aangoo Shimallis Cicciree, Caasaa harkatti diigee qofaatti hambisuuf Obboo Kaffaaloo fi Jeneral Dirribaa Federalaa irraa itti erguu Waggaa tokko dura himne.
Gaafa Tofiq Betamangistii (Ripublikan gaardii damee basaasaa ) jiru ammoo, Caasaa dhokataa kallattiidhaan Arat kiiloon ajajaman, kan Godinni fi Caffeen aangoo itti hin qabne Aanaa fi Magaalatti ijaaruun hujii bulchitootaa “Counterbalance” tolchaa jiraatuu bara 2021 himne. Amata 5 dura jech’uu.
Nami keenya, Kantiibaan Shaggar, Piresidantiin Oromiyaas Manni murtiis nan aiaju hoo jedhu Surprise ta’uu hin qabu.
Kan Ajaju Abiyyi. Kallattiin adoo hin taane, karaa Kaffaaloo fi General Dirribaati
Jechumaafi 🫵
Badhaatuu Ayyalaa retweeted
TPLF Desperately trying for enjoyment!
Bob Marley Bob Marley ሸጋ እደይ
E ney neyyaay 😂
General Baacaa gaafa Keniyaa ol deebisu jilbaan dhaabee Afurtama garafuuf akka jiru himnee ture.
Baacaan Iskandal addaddaa keessa seenuu fi bessee maqaa Lobby’n maddabame guddoo milikse. Hanqina Audit ummametti aaree Ambasaddarummaa irraa ol yaame.
Baatii lama keechatti jijjiirama qaamaa agarsiise dooy’u.
Kuruuruun hoo tana Halkan halkan jilbaan dhaabdee torchi tolchiti beeki.
Ilmi namaa waa malee akkas hin shooqu jechumaafi🫵
These Neo-Barriean ( Children’s of The Expansionst Ziad Barrie) must be crushed once and for the last time, down to ashes 🫵
Prof Isquun fa’i Maal Xuuxxee?
Online Firdibeetii Hundeechanii, Daanyaa moggaasanii, Himata dhiyeechanii, Xabaqaa fi Abbaa Alangaa teechisanii, Ufumaa kassasanii ufumaa Masakkaranii, Murtoo Dabarsan!
Ethio Forum irraa amma laaleen Kofluut jira!
Maalii mee Wanni akkanaa ?
Kissii kana Formally mana murtii adda addaa geessuu hoo dadhaban, Xinxaluma Ufii irrat xiyyeeffatan hoo?
Nami gugurdaan, Ajandaa Guddaa akkanaa Saaksii YouTubetti gadi buusuun nama qaanecha
Jechumaafi 🫵
These peoples are insane!
They even brag to make Kenya 🇰🇪 a landlocked country.
What’s wrong with Somali 🇸🇴?
Dheeda Somaalee Afur keechatti Oromoota Nagaa irratti Hardha Haleellan qindaayan raawwateera. Bizinaasiin Saamameera. Nami lubbuun darbeera. Qabeenyi Guddaan Oromoota jalaa manca’eera.
Bakkeewwan Oromoon itti Haleelame gurguddaan:
- Boorama
- Bosaasoo
- Jijjigaa
- Buhoodle …
Haleellaan kun itti fufinsa kan qabaatuu fi Qubsuma sumaalee adda addaa tti akka babal’atuuf agarsiiftuu hedduutu jira.
Oromoonni Qee jaraa jirtan Of eeggannaa cimsaa. Gumuun socho’aa! Gadilakkistanii bahuuf yaalaa.
Ammoo akka Armaan duraa, Shira Siyaasaati, Somaaleen Obbolaa Oromooti jedhamee salphatti wan callisamu miti.
Sabni keenyas, Somalee Boole-Mikaa’elii haga Fiiqqee, masqal-Filaaworii haga waacillee jirtu Nagaa gaafatuuf gara dirqamuutti deema 🫵
Hoo Sumaaleen Adda waraanaa Torbaan, Guyyoota Saglan darban Boorana rukuttu makkalakayan hafuura dhokfatee ciisaa jira.
Hardha Booranni walitti Birmatee, Moyaalee keechaa weerartuu dhayee baasee jira.
Daangaan Booranaa Aanaa Moyaalee miti. Booranni lafa isaa hafes hin deeffata.
Garuu garuu garuu, akkuma bara kaanii hoo Sumaaleen injifatamuu argu makkalakayaan amma Fiigee seena.
Arguuf jirra.
#Moyaalee 🫵





